LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 20:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Kanaafuu, “Ani waaʼee isaa hin kaasu,

      Kana boodas maqaa isaatiin hin dubbadhu” nan jedhe.+

      Haa taʼu malee, inni garaa koo keessatti akkuma ibidda bobaʼuu fi lafeewwan koo keessa jiruu ni taʼe,

      Keessa kootti isa qabachuu nan dadhabe;

      Kana caalaas isa dandamachuu hin dandeenye.+

  • Amoos 7:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Amoosis akkana jedhee Amaaziyaadhaaf deebise: “Ani raajiis taʼe ilma raajii miti; ani tiksee+ fi nama muka harbuu kunuunsun* ture. 15 Yihowaan garuu bushaayee duukaa buʼuu irraa na waame; Yihowaan, ‘Dhaqi, saba koo Israaʼelitti raajii dubbadhu’+ naan jedhe.

  • Hojii Ergamootaa 4:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Pheexirosii fi Yohaannis garuu akkana jedhanii isaaniif deebisan: “Waaqayyoon dhagaʼuu mannaa isiniin dhagaʼuun Waaqayyo duratti sirrii taʼuu fi dhiisuu isaa isinumti murteessaa. 20 Nuti garuu, waaʼee wantoota dhageenyee fi arginee dubbachuu keenya dhiisuu hin dandeenyu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi