-
Keessa Deebii 29:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 isaanis taʼan saboonni hundi, ‘Yihowaan biyya kana irratti akkana kan godhe maaliifi?+ Dheekkamsa guddaa bobaʼu kana kan fide maali dha?’ jedhu.
-