2 Seenaa Baraa 36:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Mana Waaqa dhugaa ni gube;+ dallaa Yerusaalem ni diige;+ masaraawwan ishii warra ciccimoo taʼan hundumaas ibiddaan ni gube; wantoota gatii guddaa qaban hundumaas ni balleesse.+ Isaayyaas 64:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Manni qulqullummaa keenya inni ulfina qabeessa* taʼe,Bakki abbootiin keenya itti si jajachaa turanIbiddaan gubameera,+Wantoonni bakka guddaa kenninuuf hundis barbadaaʼaniiru.
19 Mana Waaqa dhugaa ni gube;+ dallaa Yerusaalem ni diige;+ masaraawwan ishii warra ciccimoo taʼan hundumaas ibiddaan ni gube; wantoota gatii guddaa qaban hundumaas ni balleesse.+
11 Manni qulqullummaa keenya inni ulfina qabeessa* taʼe,Bakki abbootiin keenya itti si jajachaa turanIbiddaan gubameera,+Wantoonni bakka guddaa kenninuuf hundis barbadaaʼaniiru.