LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 74:4-7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Diinonni kee iddoo walgaʼii* kee keessatti baroodaniiru.+

      Faajjiiwwan isaaniis akka mallattootti achi dhaabaniiru.

       5 Isaan akka namoota bosona yabbuu irratti qottoo kaasanii ti.

       6 Bocawwan+ sana hundumaa qottoo fi danqaraa sibiilaatiin caccabsaniiru.

       7 Iddoo qulqulluu kee ibiddaan gubaniiru.+

      Godoo qulqulluu maqaa kee itti waamamu lafatti gatanii xureessaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi