2 Mootota 25:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Innis mana Yihowaa,+ mana mootichaa+ fi manneen Yerusaalem hundumaa ni gube;+ akkasumas mana namoota beekamoo taʼanii hunda ni gube.+ Isaayyaas 64:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Manni qulqullummaa keenya inni ulfina qabeessa* taʼe,Bakki abbootiin keenya itti si jajachaa turanIbiddaan gubameera,+Wantoonni bakka guddaa kenninuuf hundis barbadaaʼaniiru.
9 Innis mana Yihowaa,+ mana mootichaa+ fi manneen Yerusaalem hundumaa ni gube;+ akkasumas mana namoota beekamoo taʼanii hunda ni gube.+
11 Manni qulqullummaa keenya inni ulfina qabeessa* taʼe,Bakki abbootiin keenya itti si jajachaa turanIbiddaan gubameera,+Wantoonni bakka guddaa kenninuuf hundis barbadaaʼaniiru.