1 Mootota 9:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Manni kunis tuullaa diiggaa ni taʼa.+ Namoonni achiin darban hundis ajaaʼibsiifatanii ilaaluudhaan siiqsanii, ‘Yihowaan biyya kanaa fi mana kana irratti akkana kan godhe maaliifi?’+ jedhu. Faarfannaa 74:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Adeemsa kee gara iddoo guutummaatti diigameetti qajeelchi.+ Diinni wanta iddoo qulqulluu keessa jiru hundumaa balleesseera.+ Faarfannaa 79:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 79 Yaa Waaqayyo, saboonni dhaala kee weeraraniiru;+Mana qulqullummaa kee isa qulqulluu xureessaniiru;+Yerusaalemiinis gara tuullaa dhagaatti jijjiiraniiru.+ Isaayyaas 64:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Manni qulqullummaa keenya inni ulfina qabeessa* taʼe,Bakki abbootiin keenya itti si jajachaa turanIbiddaan gubameera,+Wantoonni bakka guddaa kenninuuf hundis barbadaaʼaniiru. Ermiyaas 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, mana maqaan koo itti waamamuu+ fi isin itti amanamtan kana irratti,+ iddoon isinii fi abbootii keessaniif kenne kana irrattis akkuman Shiiloo irratti godhe nan godha.+ Faaruu Ermiyaas 1:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Diinni harka isaa qabeenya ishii hundumaa irra kaaʼateera.+ Sababiin isaas, ishiin saboonni warri ati gumii kee keessa seenuu akka hin qabne ajajje sun,Yommuu iddoo qulqulluu ishii keessa seenan argiteetti.+ Faaruu Ermiyaas 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaan iddoo aarsaa isaa ni gate;Iddoo isaa isa qulqulluus ni dhiise.+ Inni dallaawwan masaraawwan ishii warra ciccimoo taʼan sanaa harka diinaatti dabarsee kenne.+ Isaan akkuma guyyaa ayyaanaatti, mana Yihowaa keessatti sagalee isaanii ol kaasanii iyyan.+ Miikiyaas 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaafuu, isiniin kan kaʼeXiyoon akkuma maasiitti ni qotamti,Yerusaalem tuullaa diiggaa ni taati,+Gaarri Manichaas* akkuma iddoowwan ol kaʼoo bosona keessa jiranii* ni taʼa.+
8 Manni kunis tuullaa diiggaa ni taʼa.+ Namoonni achiin darban hundis ajaaʼibsiifatanii ilaaluudhaan siiqsanii, ‘Yihowaan biyya kanaa fi mana kana irratti akkana kan godhe maaliifi?’+ jedhu.
3 Adeemsa kee gara iddoo guutummaatti diigameetti qajeelchi.+ Diinni wanta iddoo qulqulluu keessa jiru hundumaa balleesseera.+
79 Yaa Waaqayyo, saboonni dhaala kee weeraraniiru;+Mana qulqullummaa kee isa qulqulluu xureessaniiru;+Yerusaalemiinis gara tuullaa dhagaatti jijjiiraniiru.+
11 Manni qulqullummaa keenya inni ulfina qabeessa* taʼe,Bakki abbootiin keenya itti si jajachaa turanIbiddaan gubameera,+Wantoonni bakka guddaa kenninuuf hundis barbadaaʼaniiru.
14 Kanaafuu, mana maqaan koo itti waamamuu+ fi isin itti amanamtan kana irratti,+ iddoon isinii fi abbootii keessaniif kenne kana irrattis akkuman Shiiloo irratti godhe nan godha.+
10 Diinni harka isaa qabeenya ishii hundumaa irra kaaʼateera.+ Sababiin isaas, ishiin saboonni warri ati gumii kee keessa seenuu akka hin qabne ajajje sun,Yommuu iddoo qulqulluu ishii keessa seenan argiteetti.+
7 Yihowaan iddoo aarsaa isaa ni gate;Iddoo isaa isa qulqulluus ni dhiise.+ Inni dallaawwan masaraawwan ishii warra ciccimoo taʼan sanaa harka diinaatti dabarsee kenne.+ Isaan akkuma guyyaa ayyaanaatti, mana Yihowaa keessatti sagalee isaanii ol kaasanii iyyan.+
12 Kanaafuu, isiniin kan kaʼeXiyoon akkuma maasiitti ni qotamti,Yerusaalem tuullaa diiggaa ni taati,+Gaarri Manichaas* akkuma iddoowwan ol kaʼoo bosona keessa jiranii* ni taʼa.+