LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 4:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu, Filisxeemonni isaan ni waraanan; Israaʼelonnis ni moʼaman;+ tokkoon tokkoon isaaniis gara dunkaana isaaniitti baqatan. Namoonni hedduun ni dhuman; gama Israaʼelotaatiin loltoota lafoo 30,000tu ajjeefame. 11 Kana malees, Taabonni Waaqayyoo ni boojiʼame; ilmaan Eelii lamaan Hofnii fi Finahaasis ni duʼan.+

  • Faarfannaa 78:60
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 60 Dhuma irrattis godoo qulqulluu Shiiloo,

      Dunkaana isa inni namoota gidduu keessa jiraachaa ture sana ni dhiise.+

  • Ermiyaas 26:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Akkana isaaniin jedhi: “Yihowaan akkana jedha: ‘Isin seera* koo isan isin dura kaaʼe hordofuu diduudhaan yoo na hin dhageessan taʼe,

  • Ermiyaas 26:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 anis mana kana akkuma Shiiloo nan godha;+ magaalaan kunis saboota lafaa hundumaa duratti kan abaaramte akka taatu nan godha.’”’”+

  • Faaruu Ermiyaas 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaan iddoo aarsaa isaa ni gate;

      Iddoo isaa isa qulqulluus ni dhiise.+

      Inni dallaawwan masaraawwan ishii warra ciccimoo taʼan sanaa harka diinaatti dabarsee kenne.+

      Isaan akkuma guyyaa ayyaanaatti, mana Yihowaa keessatti sagalee isaanii ol kaasanii iyyan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi