Faarfannaa 74:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Diinonni kee iddoo walgaʼii* kee keessatti baroodaniiru.+ Faajjiiwwan isaaniis akka mallattootti achi dhaabaniiru.
4 Diinonni kee iddoo walgaʼii* kee keessatti baroodaniiru.+ Faajjiiwwan isaaniis akka mallattootti achi dhaabaniiru.