7 Yihowaan iddoo aarsaa isaa ni gate;
Iddoo isaa isa qulqulluus ni dhiise.+
Inni dallaawwan masaraawwan ishii warra ciccimoo taʼan sanaa harka diinaatti dabarsee kenne.+
Isaan akkuma guyyaa ayyaanaatti, mana Yihowaa keessatti sagalee isaanii ol kaasanii iyyan.+