LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 52:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kaladoonnis utubaawwan sibiila diimaa+ mana Yihowaa, gaariiwwanii+ fi Galaana sibiila diimaa+ warra mana Yihowaa keessa turan ni caccabsan; sibiila diimaa sana hundumaas gara Baabilonitti ni geessan.+

  • Ermiyaas 52:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Ajajaan waardiyyootaa sunis miʼawwan bishaanii,+ qodaawwan ibiddaa, saaniiwwan golboo, miʼawwan daaraa, baattuuwwan ibsaa,+ xoofoowwanii fi saaniiwwan golboo warra warqii fi meetii qulqulluu irraa tolfaman+ ni fudhate.

  • Daaniʼel 1:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Yehoyaaqiim+ mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa sadaffaa isaatti Nebukadnezaar mootiin Baabilon gara Yerusaalem dhufee ishiitti marse.+ 2 Boodas Yihowaan Yehoyaaqiim mootii Yihudaa fi miʼawwan mana* Waaqa dhugaa tokko tokko harka isaatti dabarsee kenne;+ innis gara biyya Shinaaritti,*+ gara mana* waaqa isaatti isaan geesse. Miʼawwan kanas mana qabeenyaa waaqa isaa keessa kaaʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi