- 
	                        
            
            Keessa Deebii 28:49, 50Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
49 “Yihowaan andaara lafaa irraa saba biyya fagoodhaa dhufe tokko si irratti ni kaasa;+ inni akkuma risaan wanta adamsu irra buʼutti tasa si irra buʼa;+ sabni sunis saba ati afaan isaa hin dhageenye,+ 50 saba bifti isaa sodaachisaa taʼe, saba maanguddoota hin kabjnee fi daaʼimmaniif hin gaddine dha.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            2 Mootota 24:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
24 Bara Yehoyaaqiimitti Nebukadnezaar+ mootiin Baabilon biyyattii ni weerare; Yehoyaaqiimis waggaa sadiif tajaajilaa isaa ni taʼe. Sana booda garuu inni isatti garagalee fincila kaase.
 
 -