-
Daaniʼel 4:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Yeruma sana wanti dubbatame sun Nebukadnezaar irratti raawwii isaa argate. Inni ilmaan namootaa gidduudhaa ariʼamee akkuma qotiyyoo marga dheeduu jalqabe; rifeensi isaa akka baallee risaa hamma dheeratutti, qeensi isaas akka qeensa allaattii hamma taʼutti qaamni isaa fixeensa samiitiin ni jiidhe.+
-