LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 36:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kana malees, mootiin Gibxii Eliyaaqiim obboleessa Yehoʼahaaziin Yihudaa fi Yerusaalem irratti mootii godhe; maqaa isaas Yehoyaaqiim jedhee jijjiire; Nekoon+ obboleessa isaa Yehoʼahaaziin garuu gara Gibxiitti geesse.+

  • Ermiyaas 22:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Kanaafuu, Yihowaan Yehoyaaqiim+ ilma Yosiyaas isa mootii Yihudaa taʼe ilaalchisee akkana jedha:

      ‘Isaan, “Wayyoo obboleessa koo! Wayyoo obboleettii tiyya!”

      Jedhanii isaaf hin booʼan.

      “Wayyoo yaa gooftaa! Wayyoo yaa isa kabajamaa!”

      Jedhanii isaaf hin booʼan.

      19 Inni akkuma harreen awwaalamutti awwaalama,+

      Karrawwan Yerusaalemii alatti

      Harkifamee gatama.’+

  • Ermiyaas 36:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Kanaafuu, Yehoyaaqiim mootii Yihudaa ilaalchisee Yihowaan akkana jedha: ‘Inni nama teessoo Daawit irra taaʼu tokko illee hin qabaatu;+ reeffi isaas hoʼa guyyaa fi qorra halkaniitiif kan saaxilame taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi