Ermiyaas 36:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Kanaafuu, Yehoyaaqiim mootii Yihudaa ilaalchisee Yihowaan akkana jedha: ‘Inni nama teessoo Daawit irra taaʼu tokko illee hin qabaatu;+ reeffi isaas hoʼa guyyaa fi qorra halkaniitiif kan saaxilame taʼa.+
30 Kanaafuu, Yehoyaaqiim mootii Yihudaa ilaalchisee Yihowaan akkana jedha: ‘Inni nama teessoo Daawit irra taaʼu tokko illee hin qabaatu;+ reeffi isaas hoʼa guyyaa fi qorra halkaniitiif kan saaxilame taʼa.+