LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 23:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Kana malees Faraʼoon Nekoon, Eliyaaqiim ilma Yosiyaasiin bakka Yosiyaas abbaa isaa mootii godhe; maqaa isaas Yehoyaaqiim jedhee jijjiire; Yehoʼahaaziin garuu gara Gibxiitti geesse;+ innis yeroo booda achitti ni duʼe.+

  • Ermiyaas 22:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Sababiin isaas, Yihowaan Shaalum*+ ilma Yosiyaas isa mootii Yihudaa taʼe, isa bakka abbaa isaa Yosiyaas+ bulchaa jiruu fi iddoo kanaa deeme sana ilaalchisee akkana jedha: ‘Kana booda inni achitti hin deebiʼu. 12 Bakka isaan boojiʼanii itti isa fudhatanitti waan duʼuuf, sana booda inni biyya kana hin argu.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi