2 Mootota 23:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Kana malees Faraʼoon Nekoon, Eliyaaqiim ilma Yosiyaasiin bakka Yosiyaas abbaa isaa mootii godhe; maqaa isaas Yehoyaaqiim jedhee jijjiire; Yehoʼahaaziin garuu gara Gibxiitti geesse;+ innis yeroo booda achitti ni duʼe.+ 2 Seenaa Baraa 36:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kana malees, mootiin Gibxii Eliyaaqiim obboleessa Yehoʼahaaziin Yihudaa fi Yerusaalem irratti mootii godhe; maqaa isaas Yehoyaaqiim jedhee jijjiire; Nekoon+ obboleessa isaa Yehoʼahaaziin garuu gara Gibxiitti geesse.+
34 Kana malees Faraʼoon Nekoon, Eliyaaqiim ilma Yosiyaasiin bakka Yosiyaas abbaa isaa mootii godhe; maqaa isaas Yehoyaaqiim jedhee jijjiire; Yehoʼahaaziin garuu gara Gibxiitti geesse;+ innis yeroo booda achitti ni duʼe.+
4 Kana malees, mootiin Gibxii Eliyaaqiim obboleessa Yehoʼahaaziin Yihudaa fi Yerusaalem irratti mootii godhe; maqaa isaas Yehoyaaqiim jedhee jijjiire; Nekoon+ obboleessa isaa Yehoʼahaaziin garuu gara Gibxiitti geesse.+