1 Seenaa Baraa 3:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ilmaan Yosiyaas inni angafaa Yohaanaan, inni lammaffaan Yehoyaaqiim,+ inni sadaffaan Zedeeqiyaa,+ inni arfaffaan Shaalum turan. 2 Seenaa Baraa 36:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Achiis namoonni biyyattii Yehoʼahaaz+ ilma Yosiyaas fuudhanii bakka abbaa isaa Yerusaalem keessatti mootii godhan.+
15 Ilmaan Yosiyaas inni angafaa Yohaanaan, inni lammaffaan Yehoyaaqiim,+ inni sadaffaan Zedeeqiyaa,+ inni arfaffaan Shaalum turan.
36 Achiis namoonni biyyattii Yehoʼahaaz+ ilma Yosiyaas fuudhanii bakka abbaa isaa Yerusaalem keessatti mootii godhan.+