1 Seenaa Baraa 3:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ilmaan Yosiyaas inni angafaa Yohaanaan, inni lammaffaan Yehoyaaqiim,+ inni sadaffaan Zedeeqiyaa,+ inni arfaffaan Shaalum turan. Ermiyaas 22:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Sababiin isaas, Yihowaan Shaalum*+ ilma Yosiyaas isa mootii Yihudaa taʼe, isa bakka abbaa isaa Yosiyaas+ bulchaa jiruu fi iddoo kanaa deeme sana ilaalchisee akkana jedha: ‘Kana booda inni achitti hin deebiʼu.
15 Ilmaan Yosiyaas inni angafaa Yohaanaan, inni lammaffaan Yehoyaaqiim,+ inni sadaffaan Zedeeqiyaa,+ inni arfaffaan Shaalum turan.
11 “Sababiin isaas, Yihowaan Shaalum*+ ilma Yosiyaas isa mootii Yihudaa taʼe, isa bakka abbaa isaa Yosiyaas+ bulchaa jiruu fi iddoo kanaa deeme sana ilaalchisee akkana jedha: ‘Kana booda inni achitti hin deebiʼu.