LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 23:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Bara isaatti Faraʼoon Nekoon mootiin Gibxii Laga Efraaxis biratti mootii Asooriin argachuuf ni dhufe; Yosiyaas Mootichis isa loluudhaaf ni baʼe; haa taʼu malee, Nekoon yommuu isa argu Megidootti isa ajjeese.+ 30 Kanaafuu, tajaajiltoonni isaa reeffa isaa gaarii fardaa tokkoon Megidoodhaa feʼanii gara Yerusaalemitti fiduudhaan awwaala isaa keessatti isa awwaalan. Namoonni biyyattii ilma Yosiyaas Yehoʼahaaziin fuudhanii dibuudhaan bakka abbaa isaa mootii isa godhan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi