LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 24:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yehoyaakiin mootiin Yihudaa haadha isaa, tajaajiltoota isaa, bulchitoota isaa fi abbootii taayitaa mana mootummaa+ isaa wajjin gara mootii Baabilonitti+ baʼe; mootiin Baabilonis Yehoyaakiin mootii taʼee waggaa saddeettaffaa isaatti boojiʼee isa fudhate.+ 13 Qabeenya mana Yihowaa fi qabeenya mana mootichaa hundumaas achi keessaa baasee fudhate.+ Miʼawwan warqii mana qulqullummaa Yihowaa keessa jiranii fi Solomoon mootiin Israaʼel hojjete hundumaa ni caccabse.+ Kunis akkuma Yihowaan dursee dubbatetti ni raawwatame.

  • Faarfannaa 74:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Adeemsa kee gara iddoo guutummaatti diigameetti qajeelchi.+

      Diinni wanta iddoo qulqulluu keessa jiru hundumaa balleesseera.+

  • Faarfannaa 74:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Iddoo qulqulluu kee ibiddaan gubaniiru.+

      Godoo qulqulluu maqaa kee itti waamamu lafatti gatanii xureessaniiru.

  • Faaruu Ermiyaas 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Diinni harka isaa qabeenya ishii hundumaa irra kaaʼateera.+

      Sababiin isaas, ishiin saboonni warri ati gumii kee keessa seenuu akka hin qabne ajajje sun,

      Yommuu iddoo qulqulluu ishii keessa seenan argiteetti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi