-
1 Mootota 9:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Manni kunis tuullaa diiggaa ni taʼa.+ Namoonni achiin darban hundis ajaaʼibsiifatanii ilaaluudhaan siiqsanii, ‘Yihowaan biyya kanaa fi mana kana irratti akkana kan godhe maaliifi?’+ jedhu. 9 Achiis, ‘Isaan Waaqa isaanii Yihowaa isa abbootii isaanii biyya Gibxiitii baase dhiisanii waaqolii kan birootti waan goraniif, waan isaaniif sagadanii fi waan isaan tajaajilaniifi. Yihowaan rakkina kana hundumaa kan isaanitti fide kanaafi’ jedhu.”+
-
-
2 Seenaa Baraa 7:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Manni kunis tuullaa diiggaa ni taʼa. Namoonni achiin darban hundis ajaaʼibsiifatanii ilaaluudhaan,+ ‘Yihowaan biyya kanaa fi mana kana irratti akkana kan godhe maaliifi?’ jedhu.+ 22 Achiis, ‘Isaan Waaqa abbootii isaanii kan taʼe Yihowaa isa biyya Gibxiitii isaan baase+ dhiisanii+ waaqolii kan birootti waan goraniif, waan isaaniif sagadanii fi waan isaan tajaajilaniifi.+ Inni rakkina kana hundumaa kan isaanitti fide kanaafi’ jedhu.”+
-