LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:64
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 64 “Yihowaan andaara lafaa isa tokko irraa hamma andaara lafaa isa kan biraatti saboota hundumaa gidduutti si bittinneessa;+ atis achitti waaqolii mukaa fi dhagaa irraa tolfaman warra atis taate abbootiin kee hin beekne waaqeffachuuf dirqamta.+

  • Ermiyaas 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yommuu isaan, ‘Waaqni keenya Yihowaan wantoota kana hundumaa kan nu irratti raawwate maaliifi?’ jedhanii gaafatan, ati immoo, ‘Isin biyya keessan keessatti waaqa ormaa tajaajiluuf akkuma na dhiistan, biyya kan keessan hin taane keessatti namoota biyya ormaa ni tajaajiltu’ jettee isaaniif deebista.”+

  • Ermiyaas 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 “Ani mana koo dhiiseera;+ dhaala koo gatee deemeera.+

      Ishiin baayʼee jaalladhu* sana harka diinota ishiitti dabarsee kenneera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi