Baʼuu 19:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+ Isaayyaas 47:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ani saba kootti nan dheekkame.+ Dhaala koo nan xureesse,+Harka keettis dabarsee isaan nan kenne.+ Ati garuu gara laafina isaanitti hin argisiisne.+ Maanguddoota irratti illee waanjoo ulfaataa feete.+
5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+
6 Ani saba kootti nan dheekkame.+ Dhaala koo nan xureesse,+Harka keettis dabarsee isaan nan kenne.+ Ati garuu gara laafina isaanitti hin argisiisne.+ Maanguddoota irratti illee waanjoo ulfaataa feete.+