LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 36:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Waaqni abbootii isaanii Yihowaan garuu saba isaatiif, iddoo jireenyaa isaatiifis waan garaa laafeef, karaa ergamtoota isaa irra deddeebiʼee isaan akeekkachiisa ture. 16 Isaan garuu hamma dheekkamsi Yihowaa saba isaa irratti dhufuttii+ fi hamma fayyinni isaaniif dhabamutti ergamtoota Waaqa dhugaatti ni qoosu,+ dubbii isaa ni tuffatu,+ raajota isaattis ni qoosu+ turan.

  • Isaayyaas 42:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yaaqoobiin boojuutti,

      Israaʼeliin warra isa saamanitti dabarsee kan kenne eenyu?

      Yihowaa isa nuti cubbuu irratti hojjenne mitii?

      Isaan daandiiwwan isaa irra deemuu didaniiru,

      Seera* isaatiifis hin ajajamne.+

      25 Kanaan kan kaʼes, inni dheekkamsa isaa,

      Aarii isaa fi waraana sodaachisaa isa irratti ni fide.+

      Ibiddichi wanta naannoo isaatti argamu hundumaa ni nyaate, inni garuu xiyyeeffannaa hin kennine.+

      Isa irratti ni bobaʼe, inni garuu kana hin qalbeeffanne.+

  • Zakkaariyaas 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ani saboota warra dhiphina malee jiraatan irratti dheekkamsa guddaa nan dheekkama;+ sababiin isaas, yeroo ani dheekkamsa xinnoo dheekkametti+ isaan rakkina dabalataa isaan irratti geessisaniiru.”’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi