30Hisqiyaas, isaan gara mana Yihowaa isa Yerusaalem keessatti argamuu dhufanii Yihowaa Waaqa Israaʼeliif Faasikaa akka kabajaniif+ gara guutummaa Israaʼelii fi guutummaa Yihudaatti dhaamsa erge;+ gosa Efreemii fi gosa Minaaseetiif+ illee xalayaa ni barreesse.