-
2 Seenaa Baraa 34:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Inni magaalota Minaasee, Efreemii+ fi Simiʼoon hamma Niftaalemitti argaman keessaa, akkasumas iddoowwan diigamoo naannoo isaaniitti argaman keessaa, 7 iddoowwan aarsaa ni diige; utubaawwan waaqeffannaa* fi fakkiiwwan bocaman+ caccabsee ni bulleesse; kana malees, miʼawwan ixaana itti aarsan hundumaa warra guutummaa biyya Israaʼel keessatti argaman ni caccabse;+ sana boodas gara Yerusaalemitti deebiʼe.
-