-
1 Mootota 13:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Achiis ajaja Yihowaatiin iddoo aarsaa sana mormee akkana jedhee iyye: “Yaa iddoo aarsaa nana! Yaa iddoo aarsaa nana! Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ilmi Yosiyaas+ jedhamu tokko mana Daawitiif ni dhalata! Inni luboota iddoowwan ol kaʼoo warra si irratti aarsaa aarfamu dhiheessan si irratti aarsaa godhee ni dhiheessa; lafee namootaas si irratti ni guba.’”+
-