-
Faarfannaa 137:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yaa Yihowaa,
Guyyaa Yerusaalem kuftetti wanta Edoomonni,
“Ishii diigaa! Hamma buʼuurawwan ishiitti ishii diigaa!”+ jechuudhaan dubbatan yaadadhu.
-
-
Ermiyaas 51:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 ‘Jalʼinni ana irrattis taʼe qaama koo irratti raawwatame Baabilon irra haa gaʼu!’ jetti ishiin Xiyoon keessa jiraattu.+
‘Dhiigni koo jiraattota biyya Kaladootaa irra haa taʼu!’ jetti Yerusaalem.”
-