Faaruu Ermiyaas 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan intala Xiyooniin akkamitti duumessa dheekkamsa isaatiin haguuge! Inni miidhagina Israaʼel samii irraa gara lafaatti darbateera.+ Guyyaa dheekkamsa isaatti bakka ejjeta miila isaa+ hin yaadanne.
2 Yihowaan intala Xiyooniin akkamitti duumessa dheekkamsa isaatiin haguuge! Inni miidhagina Israaʼel samii irraa gara lafaatti darbateera.+ Guyyaa dheekkamsa isaatti bakka ejjeta miila isaa+ hin yaadanne.