1 Seenaa Baraa 28:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Achiis Daawit Mootichi kaʼee dhaabbatee akkana jedhe: “Yaa obboloota koo fi yaa saba koo, na dhaggeeffadhaa. Mana taabonni kakuu Yihowaa yeroo hundumaatiif keessa taaʼuu fi bakka ejjeta miila Waaqa keenyaatiif taʼu ijaaruun hawwii garaa kootii ture;+ anis manicha ijaaruuf qophii godheera.+ Faarfannaa 132:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kottaa gara iddoo jireenyaa isaatti* haa seennu;+Iddoo ejjeta miila isaattis haa sagannu.+ Isaayyaas 60:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ulfinni Libaanon,+Muka birbirsaa, muka aashii fi muka gosa gaattiraa wajjinIddoo qulqulluu koo miidhagsuuf gara kee ni dhufa;+Anis iddoo miilli koo dhaabbatuuf ulfina nan kenna.+
2 Achiis Daawit Mootichi kaʼee dhaabbatee akkana jedhe: “Yaa obboloota koo fi yaa saba koo, na dhaggeeffadhaa. Mana taabonni kakuu Yihowaa yeroo hundumaatiif keessa taaʼuu fi bakka ejjeta miila Waaqa keenyaatiif taʼu ijaaruun hawwii garaa kootii ture;+ anis manicha ijaaruuf qophii godheera.+
13 Ulfinni Libaanon,+Muka birbirsaa, muka aashii fi muka gosa gaattiraa wajjinIddoo qulqulluu koo miidhagsuuf gara kee ni dhufa;+Anis iddoo miilli koo dhaabbatuuf ulfina nan kenna.+