LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 28:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis Daawit Mootichi kaʼee dhaabbatee akkana jedhe:

      “Yaa obboloota koo fi yaa saba koo, na dhaggeeffadhaa. Mana taabonni kakuu Yihowaa yeroo hundumaatiif keessa taaʼuu fi bakka ejjeta miila Waaqa keenyaatiif taʼu ijaaruun hawwii garaa kootii ture;+ anis manicha ijaaruuf qophii godheera.+

  • Faarfannaa 5:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Ani garuu jaalala kee isa amanamaadhaan kan kaʼe+ gara mana keetti nan seena;+

      Kabaja guddaadhaan si sodaadhee+ gara kallattii mana qulqullummaa* kee isa qulqulluu taʼeetti nan sagada.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi