-
Isaayyaas 41:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Gammoojjii keessatti muka gaattiraa,
Muka laaftoo, muka hadaasii* fi muka zayitiin irraa argamu nan dhaaba.+
Dirree gammoojjii keessatti muka birbirsaa,
Muka aashii* fi muka gosa gaattiraa nan dhaaba;+
-
Isaayyaas 55:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Bakka harangamaa mukti birbirsaa,+
Bakka doobbiis mukti hadaasii ni biqila.
-
-
-