-
Isaayyaas 32:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Masaraan cimaan dhiifameera;
Magaalaan waccus onteetti.+
Ofeelii+ fi masaraan eegumsaa yeroo hundumaatiif lafa onaa taʼaniiru,
Bakka harroonni bosonaa keessa burraaqan,
Bakka bushaayeewwan keessa dheedanis taʼaniiru;+
15 Kunis, hamma hafuurri gubbaadhaa nu irratti dhangalaʼutti,+
Hamma lafti onaan maasii fuduraa taʼutti,
Akkasumas hamma maasiin fuduraa akka bosonaatti ilaalamutti dha.+
-
-
Isaayyaas 60:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Namoonni kee hundi qajeelota ni taʼu;
Bara baraafis biyyattii ni dhaalu.
-