Isaayyaas 41:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Gammoojjii keessatti muka gaattiraa,Muka laaftoo, muka hadaasii* fi muka zayitiin irraa argamu nan dhaaba.+ Dirree gammoojjii keessatti muka birbirsaa,Muka aashii* fi muka gosa gaattiraa nan dhaaba;+ Isaayyaas 60:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ulfinni Libaanon,+Muka birbirsaa, muka aashii fi muka gosa gaattiraa wajjinIddoo qulqulluu koo miidhagsuuf gara kee ni dhufa;+Anis iddoo miilli koo dhaabbatuuf ulfina nan kenna.+
19 Gammoojjii keessatti muka gaattiraa,Muka laaftoo, muka hadaasii* fi muka zayitiin irraa argamu nan dhaaba.+ Dirree gammoojjii keessatti muka birbirsaa,Muka aashii* fi muka gosa gaattiraa nan dhaaba;+ Isaayyaas 60:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ulfinni Libaanon,+Muka birbirsaa, muka aashii fi muka gosa gaattiraa wajjinIddoo qulqulluu koo miidhagsuuf gara kee ni dhufa;+Anis iddoo miilli koo dhaabbatuuf ulfina nan kenna.+
13 Ulfinni Libaanon,+Muka birbirsaa, muka aashii fi muka gosa gaattiraa wajjinIddoo qulqulluu koo miidhagsuuf gara kee ni dhufa;+Anis iddoo miilli koo dhaabbatuuf ulfina nan kenna.+