LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 29:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 isaanis taʼan saboonni hundi, ‘Yihowaan biyya kana irratti akkana kan godhe maaliifi?+ Dheekkamsa guddaa bobaʼu kana kan fide maali dha?’ jedhu. 25 Namoonnis akkana jedhu: ‘Kun kan taʼe, kakuu Waaqni abbootii isaanii Yihowaan yommuu biyya Gibxii keessaa isaan baasetti+ isaanii wajjin gale sana waan dhiisaniifi.+

  • 2 Mootota 25:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Jiʼa shanaffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa torbaffaatti, jechuunis Nebukadnezaar mootiin Baabilon mootii taʼee waggaa 19ffaa isaatti, Nebuzaradaan+ inni ajajaa waardiyyootaa fi tajaajilaa mootii Baabilon taʼe gara Yerusaalem ni dhufe.+ 9 Innis mana Yihowaa,+ mana mootichaa+ fi manneen Yerusaalem hundumaa ni gube;+ akkasumas mana namoota beekamoo taʼanii hunda ni gube.+

  • Ermiyaas 22:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “‘Namoonni hedduun karaa magaalaa kanaa yommuu darban, “Yihowaan magaalaa guddoo kana irratti akkana kan godhe maaliifi?” waliin jedhu.+ 9 Isaanis, “Kakuu Waaqa isaanii Yihowaa dhiisanii waaqolii kan birootiif waan sagadanii fi waan isaan tajaajilaniifi” jedhanii deebisu.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi