1 Saamuʼel 17:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Daawit itti fufuudhaan, “Yihowaan inni qeensa leencaa fi amaaketaa irraa na oolche, harka Filisxeemicha kanaa jalaas na oolcha” jedhe.+ Yeroo kanatti Saaʼol Daawitiin, “Dhaqi, Yihowaan sii wajjin haa taʼu” jedhe. Faarfannaa 27:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihowaan ifa+ koo fi fayyisaa koo ti. Eenyuunan sodaadha?+ Yihowaan lubbuu kootiif dahoo dha.+ Eenyutu na naasisa? Isaayyaas 12:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+ Daaniʼel 6:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Inni ni oolcha,+ ni fayyisas; samii keessattis taʼe lafa irratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan ni raawwata;+ inni harka leencotaa irraa Daaniʼeliin oolcheera.”
37 Daawit itti fufuudhaan, “Yihowaan inni qeensa leencaa fi amaaketaa irraa na oolche, harka Filisxeemicha kanaa jalaas na oolcha” jedhe.+ Yeroo kanatti Saaʼol Daawitiin, “Dhaqi, Yihowaan sii wajjin haa taʼu” jedhe.
27 Yihowaan ifa+ koo fi fayyisaa koo ti. Eenyuunan sodaadha?+ Yihowaan lubbuu kootiif dahoo dha.+ Eenyutu na naasisa?
2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+
27 Inni ni oolcha,+ ni fayyisas; samii keessattis taʼe lafa irratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan ni raawwata;+ inni harka leencotaa irraa Daaniʼeliin oolcheera.”