- 
	                        
            
            Ermiyaas 32:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Ati biyya Gibxii keessatti mallattoowwanii fi dinqiiwwan hamma harʼaatti beekaman raawwatteetta; akka kanaan, akkuma harʼa taʼetti Israaʼel keessatti, ilmaan namootaa gidduuttis ofii keetiif maqaa beekamaa taʼe qabaatteetta.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Daaniʼel 4:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Mallattoon isaa guddaa, dinqiin isaas jabaa dha! Mootummaan isaa mootummaa bara baraa ti, bulchiinsi isaas dhalootaa hamma dhalootaatti itti fufa.+
 
 -