Faarfannaa 10:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yihowaan baraa hamma bara baraatti Mootii dha.+ Saboonni lafa irraa badaniiru.+ Faarfannaa 90:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Gaaronni dhalachuu isaanii duraYookiin lafaa fi lafa oomisha kennitu uumuu*+ kee dura,Bara baraa hamma bara baraatti ati Waaqa dha.+ Ermiyaas 10:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan garuu dhugumaan Waaqa dha. Inni Waaqa jiraataa+ fi Mootii bara baraa ti.+ Dheekkamsa isaatiin kan kaʼe lafti ni kirkirti,+Sabni balaaleffannaa isaa dura dhaabbatus hin jiraatu.
2 Gaaronni dhalachuu isaanii duraYookiin lafaa fi lafa oomisha kennitu uumuu*+ kee dura,Bara baraa hamma bara baraatti ati Waaqa dha.+
10 Yihowaan garuu dhugumaan Waaqa dha. Inni Waaqa jiraataa+ fi Mootii bara baraa ti.+ Dheekkamsa isaatiin kan kaʼe lafti ni kirkirti,+Sabni balaaleffannaa isaa dura dhaabbatus hin jiraatu.