Faarfannaa 93:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Teessoon kee bara duriitii jalqabee cimee dhaabbateera;+Atis yoom iyyuu jirta.+ Isaayyaas 40:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Ati hin beektuu? Hin dhageenyee? Yihowaan inni Uumaa andaara lafaa taʼe, bara baraaf Waaqa dha.+ Inni matumaa hin dadhabu yookiin hin bututu.+ Hubannaan isaa qoramuu* hin dandaʼu.+ Anbaaqom 1:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yaa Yihowaa, ati bara baraa kaasee jirta mitii?+ Yaa Waaqa koo, yaa Qulqulluu koo, ati hin duutu.*+ Yaa Yihowaa, ati murtii raawwachiisuuf isaan muuddeetta;Yaa Qarsaa koo,+ ati adaba kennuuf isaan filateetta.+ 1 Ximotewos 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Mootii bara baraa+ isa hin badne,+ isa ijaan hin mulʼannee+ fi Waaqa tokkicha+ taʼeef kabajnii fi ulfinni baraa hamma bara baraatti haa taʼu. Ameen. Mulʼata 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa Dandaʼu dha”+ jedha Yihowaan.* Mulʼata 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+
28 Ati hin beektuu? Hin dhageenyee? Yihowaan inni Uumaa andaara lafaa taʼe, bara baraaf Waaqa dha.+ Inni matumaa hin dadhabu yookiin hin bututu.+ Hubannaan isaa qoramuu* hin dandaʼu.+
12 Yaa Yihowaa, ati bara baraa kaasee jirta mitii?+ Yaa Waaqa koo, yaa Qulqulluu koo, ati hin duutu.*+ Yaa Yihowaa, ati murtii raawwachiisuuf isaan muuddeetta;Yaa Qarsaa koo,+ ati adaba kennuuf isaan filateetta.+
17 Mootii bara baraa+ isa hin badne,+ isa ijaan hin mulʼannee+ fi Waaqa tokkicha+ taʼeef kabajnii fi ulfinni baraa hamma bara baraatti haa taʼu. Ameen.
8 “Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa Dandaʼu dha”+ jedha Yihowaan.*
3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+