LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 139:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Dubbiin tokko illee arraba koo irra hin jiru,

      Ati garuu yaa Yihowaa, kunoo akka gaariitti isa beekteetta.+

  • Faarfannaa 139:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Beekumsi akkasii hubannaa kootii oli dha.*

      Baayʼee fagoo waan taʼeef, bira gaʼuu* hin dandaʼu.+

  • Faarfannaa 147:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Gooftaan keenya guddaa dha, humni isaas jabaa dha;+

      Hubannaan isaa bira gaʼamuu kan hin dandeenye dha.+

  • Isaayyaas 55:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 “Akkuma samiin lafa irraa ol fagaatu,

      Daandiin koo daandii keessan irraa,

      Yaanni koos yaada keessan irraa fagoo dha.+

  • Roomaa 11:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Badhaadhinni, ogummaanii fi beekumsi Waaqayyoo akkam gad fagoo dha! Murtiin isaa matumaa qoramuu hin dandaʼu, karaan isaas bira gaʼamuu hin dandaʼu!

  • 1 Qorontos 2:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Sababiin isaas, “Akka inni isa barsiisuuf, eenyutu yaada Yihowaa* beeke?”+ Nuti garuu yaada Kiristoos qabna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi