LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Qorontos

      • Phaawulos Qorontositti lallabe (1-5)

      • Caalmaa ogummaan Waaqaa (6-10)

      • Garaa garummaa nama hafuuraa fi nama foonii (11-16)

1 Qorontos 2:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 3:5, 6; Qol 2:2
  • +1Qo 1:17

1 Qorontos 2:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Gal 6:14

1 Qorontos 2:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2008, ful. 27

1 Qorontos 2:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 15:18, 19; 1Qo 4:20; 1Ta 1:5

1 Qorontos 2:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bara.” Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 14:20; Efe 4:13; Ibr 5:14
  • +1Qo 15:24

1 Qorontos 2:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 16:25, 26; Efe 3:8, 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 226-237

1 Qorontos 2:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bara.” Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Ykn., “muka irratti hin fannisan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 7:48; HoE 13:27, 28

1 Qorontos 2:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 64:4

1 Qorontos 2:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 14:26; 1Yo 2:27
  • +Mat 16:17; Mar 4:11; Efe 3:5; 2Xi 1:9, 10; 1Ph 1:12
  • +Rom 11:33

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2010, ful. 20-24

    11/1/2007, ful. 18-20

1 Qorontos 2:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 15:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 63-64

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 53-56

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2012, ful. 13

    7/15/2010, ful. 3-4

    10/1/2006, ful. 23-24

1 Qorontos 2:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jechoota hafuuraa wajjin yommuu walitti finnu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Qol 2:8
  • +Yoh 16:13

1 Qorontos 2:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2018, ful. 19

1 Qorontos 2:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 8:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2018, ful. 19-20

1 Qorontos 2:16

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 40:13
  • +Rom 15:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2022, ful. 9

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2018, ful. 22

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2010, ful. 3-7

    7/15/2008, ful. 27

Yaada Wal Simu

1Qor. 2:1Efe 3:5, 6; Qol 2:2
1Qor. 2:11Qo 1:17
1Qor. 2:2Gal 6:14
1Qor. 2:4Rom 15:18, 19; 1Qo 4:20; 1Ta 1:5
1Qor. 2:61Qo 14:20; Efe 4:13; Ibr 5:14
1Qor. 2:61Qo 15:24
1Qor. 2:7Rom 16:25, 26; Efe 3:8, 9
1Qor. 2:8Yoh 7:48; HoE 13:27, 28
1Qor. 2:9Isa 64:4
1Qor. 2:10Yoh 14:26; 1Yo 2:27
1Qor. 2:10Mat 16:17; Mar 4:11; Efe 3:5; 2Xi 1:9, 10; 1Ph 1:12
1Qor. 2:10Rom 11:33
1Qor. 2:12Yoh 15:26
1Qor. 2:13Qol 2:8
1Qor. 2:13Yoh 16:13
1Qor. 2:15Rom 8:5
1Qor. 2:16Isa 40:13
1Qor. 2:16Rom 15:5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Qorontos 2:1-16

Qorontos Tokkoffaa

2 Kanaafuu yaa obbolootaa, ani yommuun gara keessan dhufe, iccitii Waaqayyoo isa qulqulluu+ dubbii yookiin ogummaa nama ajaaʼibsiisuun isiniif hin labsine.+ 2 Yommuun isinii wajjin ture Yesuus Kiristoosii fi muka irratti fannifamuu isaa malee wanta kamiif iyyuu xiyyeeffannaa akkan hin kennine murteesseen ture.+ 3 Gara keessan kanan dhufe dadhabbii, sodaa fi hollannaa guddaadhaan ture; 4 kanan dubbadhee fi kanan isiniif lallabes jechoota ogummaa warra nama sossobaniin utuu hin taʼin, hafuuraa fi humna Waaqayyoo mulʼisuudhaan ture;+ 5 kana kanan godhes, amantiin keessan ogummaa namootaa irratti utuu hin taʼin, humna Waaqayyoo irratti kan hundaaʼe akka taʼuufi.

6 Egaa namoota bilchaatoo gidduutti ogummaa dubbanna;+ taʼus, kan dubbannu ogummaa sirna* kanaa yookiin ogummaa bulchitoota sirna kanaa warra baduuf jiranii+ miti. 7 Kanaa mannaa, ogummaa Waaqayyoo isa iccitii qulqulluu keessa jiru,+ jechuunis ogummaa isa dhokataa isa inni sirna kana dura ulfina keenyaaf dursee murteesse sana dubbanna. 8 Bulchitoota sirna* kanaa keessaa ogummaa kana kan beeke tokko illee hin turre;+ utuu beekaniiru taʼee, silaa Gooftaa isa ulfina qabeessa taʼe sana hin ajjeesan* turan. 9 Haa taʼu malee, akkuma, “Wantoota Waaqayyo warra isa jaallataniif qopheesse, ijji hin argine, gurri hin dhageenye yookiin garaan namaa hin yaanne”+ jedhamee barreeffame taʼe. 10 Waaqayyo wantoota kana karaa hafuura isaa+ nutti mulʼiseera;+ sababiin isaas, hafuurri wantoota hundumaa, jechuunis wantoota Waaqayyoo warra gad fagoo taʼan illee ni qora.+

11 Yaada nama tokkoo hafuura nama sana keessa jiru malee, namoota keessaa eenyutu beekuu dandaʼa? Haaluma wal fakkaatuun, hafuura Waaqayyoo malee, yaada Waaqayyoo namni beekuu dandaʼu hin jiru. 12 Nuti wantoota Waaqayyo gaarummaadhaan nuu kenne beekuu akka dandeenyuuf, hafuura addunyaa utuu hin taʼin, hafuura isa kan Waaqayyoo fudhanne.+ 13 Kana malees, wantoota kana kan dubbannu jechoota ogummaa namootaa irraa baranneen miti;+ kanaa mannaa, dhimmoota hafuuraa jechoota hafuuraatiin yommuu ibsinu,* dubbii hafuura irraa baranneen dubbanna.+

14 Haa taʼu malee, namni foonii wantoota hafuura Waaqayyoo irraa dhufan hin fudhatu; sababiin isaas, wantoonni kun isaaf gowwummaa dha; hafuuraan kan qoraman waan taʼaniif inni isaan hubachuu hin dandaʼu. 15 Namni hafuuraa garuu waan hundumaa qora,+ taʼus inni nama kamiin iyyuu hin qoramu. 16 Sababiin isaas, “Akka inni isa barsiisuuf, eenyutu yaada Yihowaa* beeke?”+ Nuti garuu yaada Kiristoos qabna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi