Isaayyaas 64:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Bara duriitii jalqabee si Waaqa isa warra abdiidhaan* isa eeggataniif jedhee tarkaanfii fudhatuun alattiWaaqni kan biraan jiraachuu isaa kan dhagaʼe yookiin gurra isaatiin kan dhaggeeffateYookiin ija isaatiin kan arge tokko illee hin jiru.+
4 Bara duriitii jalqabee si Waaqa isa warra abdiidhaan* isa eeggataniif jedhee tarkaanfii fudhatuun alattiWaaqni kan biraan jiraachuu isaa kan dhagaʼe yookiin gurra isaatiin kan dhaggeeffateYookiin ija isaatiin kan arge tokko illee hin jiru.+