-
Faarfannaa 130:6-8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Waardiyyoota lafti bariʼuu isaa eeggatan caalaa,+
Eeyyee, waardiyyoota lafti bariʼuu isaa eeggatan caalaa,
Hawwiidhaan Yihowaa nan eeggadha.+
7 Yihowaan jaalala isaatiin amanamaa waan taʼeef,+
Furuufis humna guddaa waan qabuuf,
Israaʼel Yihowaa eeggachuu isaa itti haa fufu.
8 Inni Israaʼeliin dogoggora isaa hundumaa irraa ni fura.
-
-
1 Qorontos 2:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Haa taʼu malee, akkuma, “Wantoota Waaqayyo warra isa jaallataniif qopheesse, ijji hin argine, gurri hin dhageenye yookiin garaan namaa hin yaanne”+ jedhamee barreeffame taʼe.
-