Isaayyaas 25:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yaa Yihowaa, ati Waaqa koo ti. Ol sin qaba, maqaa kees nan jajadha,Sababiin isaas, ati wantoota dinqisiisoo raawwatteetta;+Bara duriitii jalqabeeWantoota kana amanamummaadhaan+ murteessiteetta.+
25 Yaa Yihowaa, ati Waaqa koo ti. Ol sin qaba, maqaa kees nan jajadha,Sababiin isaas, ati wantoota dinqisiisoo raawwatteetta;+Bara duriitii jalqabeeWantoota kana amanamummaadhaan+ murteessiteetta.+