- 
	                        
            
            Faarfannaa 107:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Namoonni jaalala isaa isa amanamaadhaaf,
Hojiiwwan isaa warra dinqisiisoo inni ilmaan namootaatiif raawwateefis Yihowaadhaaf galata haa galchan.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faarfannaa 145:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Dhaloonni tokko dhaloota kaanitti hojiiwwan kee ni labsa;
Isaan waaʼee gochawwan kee warra jajjaboo taʼanii ni himu.+
 
 -