Isaayyaas 33:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Sababiin isaas, Yihowaan Abbaa Murtii keenya dha,+Yihowaan isa seera nuu kennu dha,+Yihowaan Mootii keenya dha;+Kan nu oolchu isa dha.+ Mulʼata 11:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 akkana jedhan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa,* Hundumaa kan Dandeessu, inni jirtuu+ fi inni turte, ati aangoo kee isa guddaa waan fudhattee fi mootii taatee bulchuu waan jalqabdeef+ si galateeffanna.
22 Sababiin isaas, Yihowaan Abbaa Murtii keenya dha,+Yihowaan isa seera nuu kennu dha,+Yihowaan Mootii keenya dha;+Kan nu oolchu isa dha.+
17 akkana jedhan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa,* Hundumaa kan Dandeessu, inni jirtuu+ fi inni turte, ati aangoo kee isa guddaa waan fudhattee fi mootii taatee bulchuu waan jalqabdeef+ si galateeffanna.