- 
	                        
            
            Faarfannaa 20:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
Yihowaan kadhata kee hundumaa siif haa raawwatu.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Sefaaniyaa 3:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
14 Yaa intala Xiyoon, gammachuudhaan iyyi!
Yaa Israaʼel, injifannoodhaan iyyi!+
Yaa intala Yerusaalem, garaa kee guutuudhaan gammadi, ililchis!+
15 Yihowaan murtii si irratti dabarfame kaaseera.+
Diina kee si irraa deebiseera.+
Yihowaan Mootiin Israaʼel si gidduu jira.+
Ati kana booda badiisa hin sodaattu.+
 
 -