Isaayyaas 40:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Garaa* Yerusaalemitti dubbadhaa,Tajaajilli dirqamaa ishii raawwatamuu isaa,Gatiin yakka ishiis kaffalamuu isaa ishiidhaaf labsaa.+ Ishiin cubbuu ishii hundumaatiif harka Yihowaa irraa gatii guutuu* argatteetti.”+ Zakkaariyaas 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yaa mana Yihudaa fi mana Israaʼel, isin akkuma saboota gidduutti abaarsa taatanii turtan,+ amma ani isin nan oolcha, isinis eebba ni taatu.+ Hin sodaatinaa!+ Harka keessan jabeeffadhaa.’*+
2 Garaa* Yerusaalemitti dubbadhaa,Tajaajilli dirqamaa ishii raawwatamuu isaa,Gatiin yakka ishiis kaffalamuu isaa ishiidhaaf labsaa.+ Ishiin cubbuu ishii hundumaatiif harka Yihowaa irraa gatii guutuu* argatteetti.”+
13 Yaa mana Yihudaa fi mana Israaʼel, isin akkuma saboota gidduutti abaarsa taatanii turtan,+ amma ani isin nan oolcha, isinis eebba ni taatu.+ Hin sodaatinaa!+ Harka keessan jabeeffadhaa.’*+