LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 16:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Jalqaba irratti, gatii guutuu balleessaa isaanii fi cubbuu isaaniitiif malu isaaniif nan deebisa;+

      Sababiin isaas, isaan fakkiiwwan lubbuu hin qabne* kan waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo taʼaniitiin biyya koo xureessaniiru,

      Dhaala koos wantoota jibbisiisoo isaaniitiin guutaniiru.’”+

  • Daaniʼel 9:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Israaʼelonni hundi sagalee keetiif ajajamuu diduudhaan Seera kee waan cabsaniif, akkasumas waan irraa garagalaniif, ati abaarsaa fi kakaa isa Seera Musee isa tajaajilaa Waaqa dhugaa taʼe sanaa keessatti barreeffame nu irratti fiddeetta;+ sababiin isaas, nuti cubbuu si irratti hojjenneerra. 12 Ati badiisa guddaa nu irratti fiduudhaan wanta akka nu irrattii fi bulchitoota keenya warra nu bulchaa turan* irratti akka fiddu dubbatte sana raawwatteetta;+ wanti Yerusaalem keessatti raawwatame guutummaa samii jalatti raawwatamee hin beeku.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi