Leewwota 26:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Iddoowwan waaqeffannaa keessan warra ol kaʼoo nan balleessa;+ iddoowwan aarsaa ixaanaa keessan nan jijjigsa; reeffa keessan, reeffa waaqolii tolfamoo keessan warra balfamoo* taʼanii irratti nan tuula;+ isin jibbees isin irraa nan garagala.+ Faarfannaa 106:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Dhiiga qulqulluu,Dhiiga ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaaniiWarra waaqolii tolfamoo Kanaʼaaniif aarsaa godhan+ sanaa dhangalaasuu isaanii hin dhiisne;+Biyyattiinis dhiigaan ni faalamte.
30 Iddoowwan waaqeffannaa keessan warra ol kaʼoo nan balleessa;+ iddoowwan aarsaa ixaanaa keessan nan jijjigsa; reeffa keessan, reeffa waaqolii tolfamoo keessan warra balfamoo* taʼanii irratti nan tuula;+ isin jibbees isin irraa nan garagala.+
38 Dhiiga qulqulluu,Dhiiga ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaaniiWarra waaqolii tolfamoo Kanaʼaaniif aarsaa godhan+ sanaa dhangalaasuu isaanii hin dhiisne;+Biyyattiinis dhiigaan ni faalamte.